Leenjisaan Liiverpuul Arnee Isloot rifeensuma ofirraa ciraniyyuu hin qaban malee guyyaa dhaloota isaanii waggaa 47ffaa kabajatan irra Aanfiilditti hanga daqiiqaa dhumaatti dhiphina guddaa keessa ...
Maatiin tokko akka dhala godhataniif dhiibbaan bakka hundumaarraa dhufuu danda'a. Haatiifi abbaan fedhii guddaa dhala-dhalaa arguuf qabanirraa kan ka'een ijoolleen dhala akka godhataniif dhiibbaa ...